17 Achiis Zedeeqiyaan Mootichi ergee isa waamsisee mana isaa keessatti dhoksaatti gaaffii isa gaafate.+ “Dubbiin Yihowaa biraa dhufe jiraa?” jedhee isa gaafate. Ermiyaasis, “Eeyyee jira!” jedhe; itti fufuudhaanis, “Ati harka mootii Baabilonitti dabarfamtee ni kennamta!” isaan jedhe.+