Ermiyaas 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan akkana jedha: “Abbootiin keessan baayʼee kan na irraa fagaatan,Waaqolii tolfamoo gatii hin qabne duukaa buʼanii+ ofii isaaniitiifis gatii kan hin qabne kan taʼan,+Balleessaa akkamii na irratti argatanii ti?+
5 Yihowaan akkana jedha: “Abbootiin keessan baayʼee kan na irraa fagaatan,Waaqolii tolfamoo gatii hin qabne duukaa buʼanii+ ofii isaaniitiifis gatii kan hin qabne kan taʼan,+Balleessaa akkamii na irratti argatanii ti?+