LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kakuu anaa wajjin galtan waan cabsitaniif,+ goraadee isa haaloo baʼu isin irratti nan fida. Magaalota keessan keessatti yoo walitti qabamtan, ani isin gidduutti dhukkuba nan erga;+ harka diinaattis dabarfamtanii kennamtu.+

  • Ermiyaas 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 ani maatiiwwan kaabaa hundumaatti,+ tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar* mootii Baabilonittis dhaamsa ergee,+ biyya kana irratti, jiraattota ishii irrattii fi saboota naannoo kanatti argaman hundumaa irratti isaan nan fida”+ jedha Yihowaan. “Haxaaʼee isaan nan balleessa, wanta sodaachisaa fi kan itti siiqsamu akka taʼan, akkasumas yeroo hundumaatiif ona akka taʼan isaan nan godha.

  • Hisqiʼel 21:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Biyya Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani si irratti kaʼeera; goraadee koo manʼee isaa keessaa luqqisee+ isa qajeelaa fi isa hamaa si keessaa nan balleessa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi