- 
	                        
            
            Keessa Deebii 28:49, 50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
49 “Yihowaan andaara lafaa irraa saba biyya fagoodhaa dhufe tokko si irratti ni kaasa;+ inni akkuma risaan wanta adamsu irra buʼutti tasa si irra buʼa;+ sabni sunis saba ati afaan isaa hin dhageenye,+ 50 saba bifti isaa sodaachisaa taʼe, saba maanguddoota hin kabjnee fi daaʼimmaniif hin gaddine dha.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 5:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 “Yaa mana Israaʼel, kunoo ani fagoo irraa saba tokko gara keessanitti nan fida”+ jedha Yihowaan.
“Innis saba bara dheeraa jiraate dha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Anbaaqom 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
Isaan mana kan isaanii hin taane fudhachuuf,
Lafa balʼaa keessa ni fiigu.+
 
 -