-
Hisqiʼel 6:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “‘“Haa taʼu malee, namoonni muraasni akka hafan nan godha; sababiin isaas, yommuu biyyoota adda addaa keessatti saboota gidduu faffacaatanitti, isin keessaa tokko tokko goraadee jalaa ni miliqu.+
-
-
Miikiyaas 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Warri Yaaqoob keessaa lubbuudhaan oolan,
Saboota hedduu gidduutti akkuma fixeensa Yihowaa biraa dhufuu,
Akkuma rooba biqiltuu irratti roobu
Isa nama hin abdanne
Yookiin ilmaan namootaa hin eeggannee ni taʼu.
-