LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namoonni, “Namni tokko haadha manaa isaa yoo manaa baase, ishiinis isa dhiistee kan nama biraa yoo taate, namni kun sana booda ishiitti ni deebiʼaa?” jedhanii gaafatu.

      Biyyattiin guutummaatti faalamteetti mitii?+

      “Ati michoota hedduu wajjin sagaagalummaa raawwatteetta,+

      Maarree, gara kootti deebiʼuu qabdaa?” jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 ‘Yaa mana Israaʼel, akkuma haati manaa takka gantummaadhaan abbaa manaa* ishii dhiistutti, atis dhugumaan gantummaa na irratti raawwatteetta’+ jedha Yihowaan.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi