Isaayyaas 24:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Jiraattonni biyyattii,Seerawwan irra darbuudhaan,+Dambiiwwan jijjiiruudhaan,+Akkasumas kakuu dhaabbataa* cabsuudhaan+ biyyattii faalaniiru.+ Ermiyaas 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Anis firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaattaniif,+Gara biyya maasii fuduraa qabdutti isin nan fide. Isin garuu seentanii biyya koo xureessitan;Dhaala koos wanta jibbisiisaa gootan.+
5 Jiraattonni biyyattii,Seerawwan irra darbuudhaan,+Dambiiwwan jijjiiruudhaan,+Akkasumas kakuu dhaabbataa* cabsuudhaan+ biyyattii faalaniiru.+
7 Anis firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaattaniif,+Gara biyya maasii fuduraa qabdutti isin nan fide. Isin garuu seentanii biyya koo xureessitan;Dhaala koos wanta jibbisiisaa gootan.+