LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 18:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “‘Saboonni warri ani isin duraa ariʼu sun wantoota kana hundumaatiin waan of xureessaniif, isin wantoota kana keessaa isa tokkoon illee of hin xureessinaa.+

  • Lakkoofsa 35:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “‘Dhiigni lafattii waan xureessuuf, lafa irra jiraattan hin xureessinaa;+ dhiiga nama dhiiga sana dhangalaase sanaatiin yoo taʼe malee, dhiiga lafa irratti dhangalaʼeef wanti araara argamsiisu hin jiru.+

  • Faarfannaa 78:58
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 Iddoowwan ol kaʼoo isaaniitiin irra deddeebiʼanii isa dheekkamsiisan,+

      Fakkiiwwan isaanii warra bocamaniinis aariidhaaf* isa kakaasan.+

  • Faarfannaa 106:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Dhiiga qulqulluu,

      Dhiiga ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii

      Warra waaqolii tolfamoo Kanaʼaaniif aarsaa godhan+ sanaa dhangalaasuu isaanii hin dhiisne;+

      Biyyattiinis dhiigaan ni faalamte.

  • Ermiyaas 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Jalqaba irratti, gatii guutuu balleessaa isaanii fi cubbuu isaaniitiif malu isaaniif nan deebisa;+

      Sababiin isaas, isaan fakkiiwwan lubbuu hin qabne* kan waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼaniitiin biyya koo xureessaniiru,

      Dhaala koos wantoota jibbisiisoo isaaniitiin guutaniiru.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi