LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 79:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Reeffa tajaajiltoota keetii nyaata godhanii simbirroota samiitiif,

      Foon warra siif amanamoo taʼaniis bineensota bosonaa lafa irra jiraniif kennaniiru.+

       3 Dhiiga isaanii naannoo Yerusaalemitti akka bishaaniitti dhangalaasaniiru,

      Isaan awwaaluufis lubbuudhaan kan oole hin turre.+

  • Hisqiʼel 23:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani dheekkamsa koo si irratti nan mulʼisa; isaanis aarii isaaniitiin si adabu. Isaan funyaan kee fi gurra kee si irraa ni kutu; si keessaa warri hafan goraadeedhaan ajjeefamu. Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee ni fudhatu; si keessaa warri hafan ibiddaan gubatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi