-
Hisqiʼel 23:46, 47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Isaan wanta sodaachisu akka taʼanii fi qabeenyi isaanii akka saamamu gochuuf raayyaan waraanaa tokko isaan irratti ni ergama.+ 47 Raayyaan waraanaa sunis dhagaa isaanitti ni darbata,+ goraadeedhaanis isaan ni kukkuta. Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii ni ajjeesu,+ manneen isaaniis ibiddaan ni gubu.+
-
-
Anbaaqom 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Isaan mana kan isaanii hin taane fudhachuuf,
Lafa balʼaa keessa ni fiigu.+
-