LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 20:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaa mannaa, akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti isaaniin, jechuunis Heetota, Amoorota, Kanaʼaanota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota guutummaatti balleessi;+

  • Iyyaasuu 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo kanatti mootonni Amoorotaa+ shanan, jechuunis mootiin Yerusaalem, mootiin Kebroon, mootiin Yaarmut, mootiin Laakiishii fi mootiin Egloon raayyaawwan waraanaa isaanii wajjin walitti qabamanii irratti duuluudhaan ishii waraanuuf Gibeʼonitti marsan.

  • 2 Mootota 21:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Minaaseen mootiin Yihudaa wantoota jibbisiisoo kana hunda ni raawwate; inni Amoorota+ warra isa dura turan hunda caalaa wanta hamaa ni raawwate;+ waaqolii tolfamoo isaa warra balfamoo* taʼaniinis Yihudaan cubbuu akka hojjetu ni godhe.

  • Hisqiʼel 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Akkana ishiidhaan jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan Yerusaalemiin akkana jedha: “Maddi kee fi dhaloonni kee biyya Kanaʼaanotaa keessaa ture. Abbaan kee nama biyya Amoor+ ture; haati tee immoo nama biyya Heet+ turte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi