20 Wantoonni kun Yerusaalemii fi Yihudaa irra kan gaʼan dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe ture; hamma inni of duraa isaan gatuttis wantoonni kun isaan irra ni gaʼan.+ Zedeeqiyaanis mootii Baabilon irratti fincila kaase.+
13 Kana malees, inni Nebukadnezaar Mooticha isa maqaa Waaqayyootiin isa kakachiisee ture irratti fincila kaase;+ didaa* fi mata jabeessa taʼuu isaa itti fufe; gara Yihowaa Waaqa Israaʼelitti deebiʼuus ni dide.