LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 27:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, ani Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatiinis akkana nan jedhe: “Morma kee waanjoo mootii Baabilon jala galchiitii isaa fi saba isaa tajaajili, atis lubbuudhaan ni jiraatta.+

  • Ermiyaas 38:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis Ermiyaas Zedeeqiyaadhaan akkana jedhe: “Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Waaqni raayyaa akkana jedha: ‘Ati bulchitoota mootii Baabilonitti yoo harka kennite,* lubbuun kee siif oola;* magaalaan kunis ibiddaan hin gubamtu; atii fi maatiin kees lubbuudhaan ni ooltu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi