LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “‘Murtii hin jalʼisinaa. Isa hiyyeessa taʼeef hin loogin; isa sooressa taʼes ija addaatiin hin ilaalin.+ Namaaf haqaan murtii kenni.

  • Leewwota 25:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Nama tokkotti wanta akkamii iyyuu yoo gurgurtan yookiin isa irraa yoo bittan, wal hin saaminaa.+

  • Keessa Deebii 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Yeroo sanatti abbootii murtii keessaniif qajeelfama akkana jedhu nan kenne: ‘Isin dhimma obboloota keessan gidduutti kaʼe tokko yommuu dhageessan, nama tokkoo fi obboleessa isaa yookiin isaa fi nama biyya ormaa gidduutti+ qajeelummaadhaan murtii kennaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi