Lakkoofsa 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Israaʼel yommuu Shitiim+ keessa jiraachaa turetti, sabichi dubartoota Moʼaabii wajjin ejja raawwate.+ Keessa Deebii 9:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu Yihowaan Qaadesh Barneʼaadhaa+ isin ergee, ‘Ol baʼaatii biyya ani dhugumaan isiniif kennu dhaalaan fudhadhaa!’ isiniin jedhetti, isin ammas ajaja Waaqa keessan Yihowaa irratti ni finciltan;+ isin isatti hin amanne,+ isaafis hin ajajamne.
25 Israaʼel yommuu Shitiim+ keessa jiraachaa turetti, sabichi dubartoota Moʼaabii wajjin ejja raawwate.+
23 Yommuu Yihowaan Qaadesh Barneʼaadhaa+ isin ergee, ‘Ol baʼaatii biyya ani dhugumaan isiniif kennu dhaalaan fudhadhaa!’ isiniin jedhetti, isin ammas ajaja Waaqa keessan Yihowaa irratti ni finciltan;+ isin isatti hin amanne,+ isaafis hin ajajamne.