Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu. Faarfannaa 106:26, 27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kanaafuu, inni lafa onaa keessatti akka dhuman gochuufWaaʼee isaanii harka isaa ol kaasee kakate;+27 Sanyiiwwan isaanii saboota gidduutti akka dhuman akka godhu,Biyyoota garaa garaa keessattis akka isaan bittinneessus ni kakate.+
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
26 Kanaafuu, inni lafa onaa keessatti akka dhuman gochuufWaaʼee isaanii harka isaa ol kaasee kakate;+27 Sanyiiwwan isaanii saboota gidduutti akka dhuman akka godhu,Biyyoota garaa garaa keessattis akka isaan bittinneessus ni kakate.+