Ermiyaas 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Anis firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaattaniif,+Gara biyya maasii fuduraa qabdutti isin nan fide. Isin garuu seentanii biyya koo xureessitan;Dhaala koos wanta jibbisiisaa gootan.+
7 Anis firii ishii fi wantoota gaggaarii ishii keessa jiran akka nyaattaniif,+Gara biyya maasii fuduraa qabdutti isin nan fide. Isin garuu seentanii biyya koo xureessitan;Dhaala koos wanta jibbisiisaa gootan.+