Keessa Deebii 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+ Keessa Deebii 28:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yihowaan diinota kee duratti akka moʼamtu ni godha.+ Kallattii tokkoon isaan ni haleelta; garuu kallattii adda addaa torbaan isaan jalaa ni baqatta; mootummoonni lafaa hundis wanta hamaa si irra gaʼe yommuu argan ni sodaatu.+
27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+
25 Yihowaan diinota kee duratti akka moʼamtu ni godha.+ Kallattii tokkoon isaan ni haleelta; garuu kallattii adda addaa torbaan isaan jalaa ni baqatta; mootummoonni lafaa hundis wanta hamaa si irra gaʼe yommuu argan ni sodaatu.+