Faarfannaa 75:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Xoofoon tokko harka Yihowaa keessa jira;+Daadhiin wayinii hoomacha baasaa jira, guutummaattis kan walitti makame dha. Inni dhugumaan isa ni dhangalaasa,Hamoonni lafa irra jiraatan hundis siicoo isaa wajjin isa ni dhugu.”+
8 Xoofoon tokko harka Yihowaa keessa jira;+Daadhiin wayinii hoomacha baasaa jira, guutummaattis kan walitti makame dha. Inni dhugumaan isa ni dhangalaasa,Hamoonni lafa irra jiraatan hundis siicoo isaa wajjin isa ni dhugu.”+