Leewwota 26:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Warri haftan immoo balleessaa keessaniin kan kaʼe biyyoota diinota keessanii keessatti ni tortortu.+ Eeyyee, isaan balleessaa abbootii isaaniitiin kan kaʼe tortoranii badu.+ Hisqiʼel 33:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Atis yaa ilma namaa, mana Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Isin, “Fincilli keenyaa fi cubbuun keenya akka malee nutti ulfaatee akka dhumnu nu gochaa jira;+ maarree akkamitti jiraachuu dandeenya?” jettaniittu.’+
39 Warri haftan immoo balleessaa keessaniin kan kaʼe biyyoota diinota keessanii keessatti ni tortortu.+ Eeyyee, isaan balleessaa abbootii isaaniitiin kan kaʼe tortoranii badu.+
10 “Atis yaa ilma namaa, mana Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Isin, “Fincilli keenyaa fi cubbuun keenya akka malee nutti ulfaatee akka dhumnu nu gochaa jira;+ maarree akkamitti jiraachuu dandeenya?” jettaniittu.’+