-
Isaayyaas 64:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Hundi keenya akka nama xuraaʼee ni taane,
Hojiin qajeelummaa keenyaa hundis akkuma huccuu laguu ni taʼe.+
Hundi keenya akkuma baalaatti ni coolligna,
Balleessaan keenyas akkuma bubbeetti nu fudhatee sokka.
-
-
Hisqiʼel 24:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Maranni mataa keessanii mataa keessan irraa hin hiikamu; kopheen keessanis miila keessan irraa hin baʼu. Isin hin gadditan yookiin hin boossan. Kanaa mannaa, isin balleessaa keessaniin kan kaʼe ni tortortu;+ walittis ni aaddu.
-