Isaayyaas 5:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Xiyyi isaanii hundi qaramaa dha,Iddaan isaanii hundis kan dabsame dha.* Kotteen fardeen isaanii akkuma dhagaa jabaa ti,Geengoowwan gaarii fardaa isaaniis akkuma bubbee ti.+ Anbaaqom 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu,Yeeyyii halkan deemu caalaas ni hammaatu.+ Fardeen waraanaa isaanii gulufaa dhufu,Fardeen isaanii iddoo fagoo irraa dhufu. Isaan akkuma risaa wanta nyaatu irratti lafa dhaʼutti saffisaan gad buʼu.+
28 Xiyyi isaanii hundi qaramaa dha,Iddaan isaanii hundis kan dabsame dha.* Kotteen fardeen isaanii akkuma dhagaa jabaa ti,Geengoowwan gaarii fardaa isaaniis akkuma bubbee ti.+
8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu,Yeeyyii halkan deemu caalaas ni hammaatu.+ Fardeen waraanaa isaanii gulufaa dhufu,Fardeen isaanii iddoo fagoo irraa dhufu. Isaan akkuma risaa wanta nyaatu irratti lafa dhaʼutti saffisaan gad buʼu.+