Isaayyaas 23:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Murtii waaʼee Xiiros dabarfame:+ Isin dooniiwwan Tarshiish+ gadoodaa! Buufanni doonii balleeffameera; isatti galuun hin dandaʼamu. Biyya Kiitim+ keessaa isaaniif ibsameera. Isaayyaas 23:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Midhaan* Shihoor,*+Oomishni Abbayyaa, jechuunis galiin ishii,Bishaanota hedduu irra imalee buʼaa sabootaa ni fide.+ Hisqiʼel 27:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “‘“Ati qabeenya hedduu waan qabduuf Tarshiish+ sii wajjin daldaluu jalqabdeetti.+ Isaan meetii, sibiila, qorqorroo fi sibiila irsaasiitiin shaqaxa kee jijjiirrataniiru.+
23 Murtii waaʼee Xiiros dabarfame:+ Isin dooniiwwan Tarshiish+ gadoodaa! Buufanni doonii balleeffameera; isatti galuun hin dandaʼamu. Biyya Kiitim+ keessaa isaaniif ibsameera.
3 Midhaan* Shihoor,*+Oomishni Abbayyaa, jechuunis galiin ishii,Bishaanota hedduu irra imalee buʼaa sabootaa ni fide.+
12 “‘“Ati qabeenya hedduu waan qabduuf Tarshiish+ sii wajjin daldaluu jalqabdeetti.+ Isaan meetii, sibiila, qorqorroo fi sibiila irsaasiitiin shaqaxa kee jijjiirrataniiru.+