LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dooniiwwan Hiiraam warri Ofiir+ irraa warqii fidaa turan, saanqaawwan muka sandalii+ hedduu fi dhagoota gatii guddaa qaban+ Ofiir irraa ni fidu turan.

  • 2 Seenaa Baraa 9:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Tajaajiltoonni Hiiraam+ dooniiwwan mootichaa oofanii gara Tarshiishitti+ deemu turan. Dooniiwwan Tarshiish waggaa sadiitti siʼa tokko warqii, meetii, ilka arbaa,+ qamaleewwanii fi xaawusoota* feʼanii dhufu turan.

  • Hisqiʼel 27:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “‘“Ati qabeenya hedduu waan qabduuf Tarshiish+ sii wajjin daldaluu jalqabdeetti.+ Isaan meetii, sibiila, qorqorroo fi sibiila irsaasiitiin shaqaxa kee jijjiirrataniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi