LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Utuma isaan ilaalanii miʼa kee gateettii kee irratti baadhuutii dukkanaan baʼii deemi. Mana Israaʼeliif mallattoo waanan si godhuuf,+ lafa ilaaluu akka hin dandeenyetti fuula kee haguuggadhu.”

  • Hisqiʼel 24:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Hisqiʼel mallattoo isiniif taʼeera.+ Isinis akkuma inni godhe ni gootu. Kun yommuu raawwatamus isin ani Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.’”’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi