Isaayyaas 8:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kunoo, anii fi ijoolleen Yihowaan naaf kenne,+ Israaʼel keessatti akka mallattoo+ fi dinqii Yihowaa Gooftaa Raayyaa isa Gaara Xiyoon irra jiraatu irraa kennamanii ti. Isaayyaas 20:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaanis akkana jedhe: “Akkuma tajaajilaan koo Isaayyaas Gibxii+ fi Itoophiyaadhaaf+ mallattoo+ fi akeekkachiisa akka taʼutti waggaa sadiif qullaa isaa fi miila isaa duwwaa asii fi achi deemaa turetti, Hisqiʼel 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Eelee sibiilaa tokko fudhadhuutii akka dallaa sibiilaatti ofii fi magaalattii gidduu dhaabi. Achiis fuula kee itti naannessi; ishiin ni marfamti; atis ishiitti marsita. Kun mana Israaʼeliif mallattoo dha.+
18 Kunoo, anii fi ijoolleen Yihowaan naaf kenne,+ Israaʼel keessatti akka mallattoo+ fi dinqii Yihowaa Gooftaa Raayyaa isa Gaara Xiyoon irra jiraatu irraa kennamanii ti.
3 Yihowaanis akkana jedhe: “Akkuma tajaajilaan koo Isaayyaas Gibxii+ fi Itoophiyaadhaaf+ mallattoo+ fi akeekkachiisa akka taʼutti waggaa sadiif qullaa isaa fi miila isaa duwwaa asii fi achi deemaa turetti,
3 Eelee sibiilaa tokko fudhadhuutii akka dallaa sibiilaatti ofii fi magaalattii gidduu dhaabi. Achiis fuula kee itti naannessi; ishiin ni marfamti; atis ishiitti marsita. Kun mana Israaʼeliif mallattoo dha.+