LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 8:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kunoo, anii fi ijoolleen Yihowaan naaf kenne,+ Israaʼel keessatti akka mallattoo+ fi dinqii Yihowaa Gooftaa Raayyaa isa Gaara Xiyoon irra jiraatu irraa kennamanii ti.

  • Hisqiʼel 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Eelee sibiilaa tokko fudhadhuutii akka dallaa sibiilaatti ofii fi magaalattii gidduu dhaabi. Achiis fuula kee itti naannessi; ishiin ni marfamti; atis ishiitti marsita. Kun mana Israaʼeliif mallattoo dha.+

  • Hisqiʼel 24:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Hisqiʼel mallattoo isiniif taʼeera.+ Isinis akkuma inni godhe ni gootu. Kun yommuu raawwatamus isin ani Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.’”’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi