LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees, Yihowaan kallattii bahaatiin Eedan keessatti iddoo biqiltuu ni dhaabe;+ namicha tolche sanas achi keessa kaaʼe.+

  • Hisqiʼel 28:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yaa ilma namaa, waaʼee mootii Xiiros faaruu gaddaa tokko faarfadhu, akkanas isaan jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Ati mudaa kan hin qabne taʼuudhaan fakkeenya turte,

      Ogummaadhaan kan guutamte turte,+ miidhaginni kees mudaa kan hin qabne ture.+

      13 Ati Eedan ishii iddoo biqiltuu Waaqayyoo taate keessa turte.

      Dhagoota gatii guddaa qaban* hundumaatiin,

      Jechuunis ruubii, tophaaziyon, yaasphis, kirisoliixos, oniiksii, jeed, safiroos, tarkooyisii+ fi imeraaldiidhaan of miidhagsitee turte;

      Baattuun dhagoota kanaa fi iddoon isaan irratti maxxanfamanis warqii irraa kan tolfame ture.

      Isaan kan qopheeffaman guyyaa ati uumamtetti ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi