- 
	                        
            
            Hisqiʼel 32:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 “Yaa ilma namaa, namoota hedduu Gibxii keessa jiraataniif booʼi; ishiis taʼe ijoollee durbaa saboota ciccimoo sana warra gara boollaatti* gad buʼaa jiranii wajjin gara iddoo lafa jalaatti gad buusi.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 32:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 “‘Isaan warra goraadeedhaan ajjeefaman gidduutti ni kufu.+ Ishiin goraadeetti dabarfamtee kennamteetti; namoota hedduu ishii keessa jiraatan hundumaa wajjin harkisaatii ishii gataa.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 32:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
31 “‘Fara’oon wantoota kana hundumaa ni arga; wanta namoota hedduu isaa wajjin jiran irra gaʼe hundumaa irraas jajjabina ni argata;+ Fara’oonii fi guutummaan raayyaa waraanaa isaa goraadeedhaan ni ajjeefamu’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
 
 -