LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haa taʼu malee, nama hamaa tokko yoo akeekkachiiste, inni garuu hammina isaa fi daandii isaa isa hamaa irraa deebiʼuu yoo dide, inni balleessaa isaatiin ni duʼa, ati garuu dhugumaan lubbuu kee ni oolfatta.+

  • Hojii Ergamootaa 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yommuu isaan isa mormuu fi isa arrabsuu isaanii itti fufan garuu uffata isaa hurgufee,+ “Dhiigni keessan mataa keessan irra haa taʼu.+ Ani qulqulluu dha.+ Ammaa jalqabee gara saboota kaaniin dhaqa” isaaniin jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi