LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 33:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Haa taʼu malee, ati namni hamaan tokko daandii isaa irraa akka deebiʼu yoo akeekkachiiste, inni garuu daandii isaa jijjiiruu yoo dide, inni balleessaa isaatiin ni duʼa;+ ati garuu dhugumaan lubbuu kee ni oolfatta.+

  • Hojii Ergamootaa 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yommuu isaan isa mormuu fi isa arrabsuu isaanii itti fufan garuu uffata isaa hurgufee,+ “Dhiigni keessan mataa keessan irra haa taʼu.+ Ani qulqulluu dha.+ Ammaa jalqabee gara saboota kaaniin dhaqa” isaaniin jedhe.+

  • Hojii Ergamootaa 20:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kanaafuu, dhiiga nama hundumaa irraa qulqulluu taʼuu koo guyyaa kanatti akka dhugaa anaaf baatan isin waameera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi