46 Achiis Phaawulosii fi Barnaabaas ija jabinaan akkana isaaniin jedhan: “Dubbiin Waaqayyoo jalqaba isinitti himamuun isaa barbaachisaa ture.+ Isin dubbicha fudhachuu diddanii jireenyi bara baraa akka isiniif hin malle ofuma keessanii waan murteessitaniif, kunoo nuti saboota kaaniif ni lallabna.+