LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 39:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe namoota baayʼee hiyyeeyyii taʼan warra homaa hin qabne tokko tokko biyya Yihudaa keessatti dhiise. Guyyaa sanatti maasiiwwan wayinii fi maasiiwwan qotatan isaaniif ni kenne.*+

  • Hisqiʼel 36:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 kanaafuu, yaa gaarota Israaʼel, dubbii Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa dhagaʼaa! Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan gaarotaa fi tabbawwaniin, lageenii fi sululawwaniin, diiggaawwan ona taʼaniin,+ akkasumas magaalota onan warra saamamanii fi namoota saboota naannoo isaaniitti argaman keessaa lubbuudhaan oolaniin itti qoosame sanaan akkana jedha;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi