LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 21:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Dubbii ani isa ilaalchisee dubbadheen kan kaʼe Ahaab akkam akka gad of qabe ni argitaa?+ Inni na duratti waan gad of qabeef, ani badiisa sana bara jireenyaa isaatti hin fidu. Kanaa mannaa, mana isaa irratti badiisa sana kanan fidu bara ilma isaatti dha.”+

  • Yooʼel 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Akka isin aarsaa midhaanii fi aarsaa dhugaatii Waaqa keessan Yihowaadhaaf dhiheessitaniif,

      Inni duubatti deebiʼee yaada isaa jijjiiruudhaan*

      Eebba yoo isiniif kenne maaltu beeka?+

  • Yoonaas 3:8-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Namnis taʼe horiin uffata gaddaa haa uffatu; isaan garaadhaa gara Waaqayyootti haa iyyan; daandii isaanii isa hamaa fi gocha isaanii isa jalʼaa irraa haa deebiʼan. 9 Waaqni dhugaan wanta gochuuf yaade sana irra deebiʼee yaaduudhaan* akka nuti hin badneef dheekkamsa isaa isa bobaʼu irraa yoo deebiʼe maaltu beeka?”

      10 Waaqni dhugaan wanta isaan godhan, akkamitti daandii isaanii isa hamaa irraa akka deebiʼan yommuu argu,+ badiisa isaan irratti akka fidu dubbate sana irra deebiʼee ni yaade;* badiisichas isaan irratti hin fidne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi