-
Daaniʼel 2:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Yeroo kanatti mootichi akka malee aaree namoonni ogeeyyiin Baabilon keessa jiran hundi akka balleeffaman ajaja dabarse.+
-
-
Daaniʼel 3:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Kanaafuu, ani uummanni, sabni yookiin namoonni qooqa garaa garaa dubbatan kam iyyuu Waaqa Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo irratti wanta sirrii hin taane yoo dubbatan qaamni isaanii akka kukkutamu, manni isaaniis mana boolii uummataa* akka taʼu ajajeera; sababiin isaas, waaqni akkasitti oolchuu dandaʼu kan biraan hin jiru.”+
-