8 Utuman gaanfota sana ilaalaa jiruu, kunoo, gaanfi kan biraan xinnoon+ tokko isaan gidduutti ni biqile; gaanfota warra jalqabaa keessaa sadii immoo fuuldura isaatii ni bubuqqaʼan. Kunoo, gaanfa kana irra ijawwan ija namaa fakkaatan jiru turan; afaan of tuulummaadhaan dubbatu tokkos qaba ture.+