LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kunoo, ani namoota Meedon

      Warra meetii homaatti hin lakkoofne,

      Warqiittis hin gammanne isaan irratti nan kaasa.+

  • Ermiyaas 51:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.*

      Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,

      Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+

      Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.

  • Daaniʼel 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Kunoo, bineensi inni lammaffaan amaaketa fakkaata ture.+ Miilli isaa kan ol kaafame yeroo taʼu, lafeewwan cinaachaa sadii afaan isaa keessa ilkaan isaa gidduu jiru turan; inni, ‘Kaʼiitii foon baayʼee nyaadhu’ jedhamee itti himame.+

  • Daaniʼel 8:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Korbeessi hoolaa gaanfota lama qabuu fi ati argite sun mootota Meedonii fi Faarsi argisiisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi