LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Kunoo, bineensi inni lammaffaan amaaketa fakkaata ture.+ Miilli isaa kan ol kaafame yeroo taʼu, lafeewwan cinaachaa sadii afaan isaa keessa ilkaan isaa gidduu jiru turan; inni, ‘Kaʼiitii foon baayʼee nyaadhu’ jedhamee itti himame.+

  • Daaniʼel 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yommuun ilaalus, kunoo, korbeessi hoolaa+ tokko jalʼisii sana bira dhaabbatee ture; innis gaanfota lama qaba ture.+ Gaanfonni lamaan sun dhedheeroo turan; inni tokko garuu isa kan biraa irra kan dheeratu ture; inni dheeraan sun booda irra biqile.+

  • Daaniʼel 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Wantin amma sitti himu kun dhugaa dha:

      “Kunoo, Faarsi keessaa mootonni dabalataa sadii ni kaʼu; inni arfaffaan immoo warra kaan hundumaa caalaa qabeenya hedduu walitti qabata. Qabeenya isaatiin kan kaʼe yommuu jabaatutti mootummaa Giriikii+ irratti wanta hundumaa ni kaasa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi