Daaniʼel 11:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Raayyaawwan* isaa ni dhaabbatu; iddoo qulqulluu fi dahoo sana ni xureessu;+ aarsaa yeroo hundumaa dhihaatus ni hambisu.+ “Kana malees isaan wanta balfamaa badiisa geessisu sana ni dhaabu.+ Daaniʼel 12:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Aarsaan yeroo hundumaa dhihaatu erga hafee+ fi wanti balfamaan badiisa geessisu sun erga dhaabamee+ kaasee guyyoota 1,290 ni taʼa.
31 Raayyaawwan* isaa ni dhaabbatu; iddoo qulqulluu fi dahoo sana ni xureessu;+ aarsaa yeroo hundumaa dhihaatus ni hambisu.+ “Kana malees isaan wanta balfamaa badiisa geessisu sana ni dhaabu.+
11 “Aarsaan yeroo hundumaa dhihaatu erga hafee+ fi wanti balfamaan badiisa geessisu sun erga dhaabamee+ kaasee guyyoota 1,290 ni taʼa.