Daaniʼel 11:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Raayyaawwan* isaa ni dhaabbatu; iddoo qulqulluu fi dahoo sana ni xureessu;+ aarsaa yeroo hundumaa dhihaatus ni hambisu.+ “Kana malees isaan wanta balfamaa badiisa geessisu sana ni dhaabu.+ Maarqos 13:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Haa taʼu malee, wanti balfamaan badiisa geessisu+ bakka dhaabbachuu hin qabne dhaabbatee yommuu argitan (inni dubbisu haa hubatu), yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan.+
31 Raayyaawwan* isaa ni dhaabbatu; iddoo qulqulluu fi dahoo sana ni xureessu;+ aarsaa yeroo hundumaa dhihaatus ni hambisu.+ “Kana malees isaan wanta balfamaa badiisa geessisu sana ni dhaabu.+
14 “Haa taʼu malee, wanti balfamaan badiisa geessisu+ bakka dhaabbachuu hin qabne dhaabbatee yommuu argitan (inni dubbisu haa hubatu), yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan.+