-
Daaniʼel 9:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 “Inni torbee tokkoof namoota hedduudhaaf kakuu isaa ni tursa; walakkaa torbee sanaatti immoo aarsaanii fi kennaan dhihaatu akka hafu godha.+
“Qoochoo wantoota jibbisiisoo sanaa irra inni badiisa geessisu ni jiraata;+ hamma badiisni dhufutti wanti murteeffame isa ona taʼe sana irrattis ni dhangalaʼa.”
-