LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 13:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Haa taʼu malee, wanti balfamaan badiisa geessisu+ bakka dhaabbachuu hin qabne dhaabbatee yommuu argitan (inni dubbisu haa hubatu), yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan.+

  • Luqaas 21:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Haa taʼu malee, Yerusaalem loltootaan marfamtee yommuu argitan,+ yeroo sana badiisni ishii akka dhihaate beekaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi