LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, ati lubbuudhaan akka jiraattu kanan godhe, humna koo sitti argisiisuuf, akkasumas maqaan koo guutummaa lafaa irratti akka labsamu gochuufi.+

  • Nahimiyaa 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Atis gocha of tuulummaa+ isaan irratti raawwachuu isaanii beektee, Faraʼoon irratti, tajaajiltoota isaa hundumaa irrattii fi namoota biyya isaa hundumaa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan raawwatteetta.+ Ofii keetiifis maqaa hamma harʼaatti beekamaa taʼe qabaatteetta.+

  • Faarfannaa 106:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Abbootiin keenya yeroo Gibxii keessa turanitti hojiiwwan kee warra dinqisiisoo hin hubanne.*

      Jaalala kee isa amanamaa isa hedduu taʼe hin yaadanne;

      Kanaa mannaa galaanicha, jechuunis Galaana Diimaa biratti fincila kaasan.+

       8 Inni garuu maqaa isaatiif jedhee,+

      Jabina isaas beeksisuuf jedhee isaan oolche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi