Faarfannaa 89:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+ Isaayyaas 26:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+
14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+
9 Guutummaan eenyummaa kootii* halkan si hawwa,Eeyyee, hafuurri koo yeroo hunda si eeggata;+Yommuu ati lafaaf murtii kennituttiJiraattonni lafa irraa waaʼee qajeelummaa ni baratu.+