Abbootii Murtii 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yeroo kanatti Giidewon qaamni sun maleekaa Yihowaa akka ture ni hubate.+ Giidewonis yeruma sana, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ani maleekaa Yihowaa fuulaa fuulatti argeera!”+ jedhe.
22 Yeroo kanatti Giidewon qaamni sun maleekaa Yihowaa akka ture ni hubate.+ Giidewonis yeruma sana, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ani maleekaa Yihowaa fuulaa fuulatti argeera!”+ jedhe.