LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 10:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ilmaan Yaawaan, Elishaa,+ Tarshiish,+ Kiitimii+ fi Dodaaniim turan.

  • Lakkoofsa 24:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Qarqara galaanaa Kiitim+ irraa dooniiwwan ni dhufu,

      Isaan Asooriin ni miidhu,+

      Ebeeriinis ni miidhu.

      Haa taʼu malee, innis guutummaatti ni bada.”

  • Isaayyaas 23:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Murtii waaʼee Xiiros dabarfame:+

      Isin dooniiwwan Tarshiish+ gadoodaa!

      Buufanni doonii balleeffameera; isatti galuun hin dandaʼamu.

      Biyya Kiitim+ keessaa isaaniif ibsameera.

  • Ermiyaas 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 ‘Haa taʼu malee, gara qarqarawwan galaanaa* Kiitimitti+ ceʼaatii ilaalaa.

      Eeyyee, gara Qeedaaritti+ dhaamsa ergaa, of eeggannoodhaanis itti yaadaa;

      Wanti kana fakkaatu raawwatamuu fi dhiisuu isaas ilaalaa.

  • Hisqiʼel 27:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Batoowwan kee muka qilxuu Baashaan irraa tolchaniiru,

      Funyaan kee muka gosa gaattiraa irraa kan tolfamee fi ilka arbaa odolawwan Kiitim+ irraa dhufeen kan uwwifame dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi