LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Maqaan ilmaan Ishmaaʼel, akka maqaa isaaniittii fi akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti kana ture: Ilmi angafaa Ishmaaʼel Nebaayot,+ achiis Qeedaar,+ Adbaʼeel, Mibsaam,+

  • Faarfannaa 120:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Nama biyya ormaa taʼee Meesheek+ keessa waanan jiraadheef, anaaf wayyoo!

      Dunkaanota Qeedaar+ gidduu jiraadheera.

  • Ermiyaas 49:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Qeedaarii+ fi mootummoota Hazoor warra Nebukadnezaar* mootiin Baabilon rukute ilaalchisee Yihowaan akkana jedha:

      “Kaʼaa, gara Qeedaaritti ol baʼaa,

      Ilmaan Bahaa sanas balleessaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi