-
Daaniʼel 8:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, inni iddoon dhaabbadhee jirutti na bira dhufe; ani garuu yeroo inni dhufu baayʼee waanan sodaadheef adda kootiin lafatti nan gombifame. Innis, “Yaa ilma namaa, mulʼanni kun bara dhumaatti akka raawwatamu hubadhu” naan jedhe.+
-
-
Daaniʼel 12:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Innis akkana naan jedhe: “Yaa Daaniʼel, deemi; sababiin isaas, dubbiin kun hamma bara dhumaatti iccitiidhaan qabamuu fi chaappaan irratti godhamuu qaba.+
-