LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, inni iddoon dhaabbadhee jirutti na bira dhufe; ani garuu yeroo inni dhufu baayʼee waanan sodaadheef adda kootiin lafatti nan gombifame. Innis, “Yaa ilma namaa, mulʼanni kun bara dhumaatti akka raawwatamu hubadhu” naan jedhe.+

  • Daaniʼel 8:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “Wanti galgalootaa fi ganamoota sana ilaalchisee mulʼaticha keessatti dubbatame dhugaa dha; taʼus waaʼee yeroo guyyoota hedduu booda dhufuu* kan argisiisu waan taʼeef, mulʼata kana iccitiidhaan qabi.”+

  • Daaniʼel 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanan dhufes wanta bara dhumaatti uummata kee irra gaʼu akka hubattu si gargaaruufi;+ sababiin isaas, mulʼanni kun waaʼee wanta gara fuulduraatti raawwatamuu kan ibsu dha.”+

  • Daaniʼel 12:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Yaa Daaniʼel, ati garuu hamma bara dhumaatti dubbii kana iccitiidhaan qabi, kitaabichas chaappaadhaan cufi.+ Namoonni hedduun kitaabicha gad fageenyaan ni qoratu;* beekumsi dhugaanis ni baayʼata.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi