LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 2:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Siidaan sun mataan isaa warqii gaarii irraa,+ qomni isaa fi harki isaa meetii irraa,+ garaan isaa fi luqqeettuun isaa sibiila diimaa irraa,+

  • Daaniʼel 4:20-22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “‘Mukti ati argite, inni baayʼee guddatee cimaa taʼe, fiixeen isaa samii bira gaʼee fi guutummaa lafaa irratti mulʼatu,+ 21 inni baala bareedaa, firii hedduu fi nyaata hundumaaf taʼu qabu, bineensonni bosonaa isa jala jiraatanii fi simbirroonni samii dameewwan isaa irra buufatan sun+ 22 siʼi yaa mootii; sababiin isaas, ati baayʼee guddattee cimaa taateetta, guddinni kee dabalee samii bira gaʼeera,+ bulchiinsi kees hamma andaara lafaatti babalʼateera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi